Adaba Guyyaa Cidhaa

K Technologies

Adaba Guyyaa Cidhaa

آموزش
  • 0.00
(0 رای)

نصب رایگان

5000

نصب ها

Android 4.4+

نسخه حداقل

با تبلیغات

تبلیغات

01.06.2021

تاریخ انتشار

توضیحات:

Adaba Guyyaa Cidhaa Hadiisa Rasuulaa irraa, Fuudha fii Heerumni waan Rabbiin karaa godhe. Sunnaa Anbiyootaati. Halaalaan waliti dhufanii wajjiin jiraachuun Ilmaan namaa adunyaa tanarratti akka heddumataanii fii akka gosaa fii abbaan namni wal beekaa jiraatu godha.

Namni tokko intala hin beeyne takkaan walitti dhufee Rabbiin jaalala jidduutti darbee ilmaan horanii haadha abaluu fii abbaa abaluu tahan. Hoggaa sunnaan walitti dhufan daran barakaa argatan.

Amantiin Islaamaa amantii guutuudha. Waan irraa hin dubbatinii fii itti nama hin qajeelchin hin qabdu. Namni tokko fuudhee Jaartii Isatti yoo seenuu fedhe maal akka godhuu qabu ibsitee lafa keeysee jirti.  Adaba Guyyaa Cidhaa irraa. Adaba Guyyaa Cidhaa Hadiisa Rasuulaa irraa

K Technologies برنامه های دیگر

دانلود